Alaabaan keenya ragaa walqixxummaa uummattootaafi walooma keenyaati- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

fanabc.com
منذ 13 ساعة
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2019(FMC)- Alaabaan keenya ragaa walqixxummaa uummattootaafi walooma keenyaati jedhan Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen.Pireezidaanti Taayyeen kabaja guyyaa Alaabaa bara kanaa wayita eegalchiisan haasawa taasisa