Goota hanga jedhe gahuu, mallattoo birmadummaa fi Bilisummaa: Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa

fanabc.com
منذ 23 ساعة
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2019 (FMC) –Raayyaan Ittisaa Itiyoophiyaa diina daangaa darbee isa tuqe qaanessuun yeroo mara gootummaa isaa agarsiisera.Seeenaawwan injifannoo Raayyaan Ittisaa biyyaa Itiyoophiyaa Waraana Adwaa, weerara xaaliyaanii 2ffaa,