Waliigalteewwan nagaa Afrikaa shan waraana dhaabuurraa hanqatan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 18 ساعة
Waliigalteen gareelee ykn biyyoota wal lolan gidduutti mallattaa'uu akka kaayyefate nagaa buusuurraa hanqatee, qajeelfamni waliigaltee cabee carraan lolli deebi'ee itti ka'uu muraasa miti.