UN Loltootni Ertiraa Itoophiyaa keessa seenuu irratti ibsa kenne - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 6 ساعات
Barreessaa olaanaan Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Antooniyoo Guterres, walitti bu'iinsi Itoophiyaa fi Eertiraa gidduutti hammaataa jiru dhaabuuf biyyootni lamaan hatattamaan gara marii dippiloomaasiitti akka deebi'an waamicha dhiyeessan.