Ertiraan muddama Itoophiyaa waliin itti jirtuuf UN akka gidduu seenu gafatte - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 12 ساعة
Ertiraan muddama Itoophiyaa waliin keessa jirtu Manni-maree Nageenyaa Dhaabba Biyyoota Gamtoomanii (UNSC) akka gidduu seenuuf gaafatte.