Muudamni MM Abiy dubartootaaf kennan jijjiirama akkamii fiduu danda'a? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 10 ساعات
''Waggaa 10 dura ramaddiin dubartootaa Ministeera Dhimma Dubartootaa yookiin Aadaafi Tuurizimii bira darbee hinbeeku,'' jedhan ogeettiin seeraafi yeroo ammaa dhaabbata dhuunfaa keessatti hojii gorsuu kan hojjetan Aadde Bileen Asraat.