Muddama Itoophiyaa fi Ertiraa gidduu deemaa jiruu hanga ammaa maal beekna? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 10 ساعات
Erga Fulbaana 23, 2026 kaaba Itoophiyaatti waraanni deebi'ee ka'ee Itoophiyaa fi Ertiraa gidduutti wal himannaan hammaateera. Wayita muddamni biyyoota Gaanfa Afrikaa lameen gidudutti hammaatee jirutti loltoonni Ertiraa daangaa Itoophiyaan seenuun himamaa jira.