Miira dadhabbii hanga qaamolee seeraan to'atamuutti- Dargaggoo milaan imaluun Irreechaarratti hirmaate - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 5 ساعات
Dargaggoo Ifaa Baqqalaa Gannatii namoota Ayyaana Irreechaa bara kanaarratti ijoo dubbii ta'an keessaa tokko. Dargaggeessi kun kilomeetiroota 250 ol lafoo imaluun ayyaanicharratti hirmaatera. Kana hordofee dhabbilee fi namoonni dhuunfaa badhaasaa turan. "Akka aanaa keenyaatti kaartaa lafaa kaaremeetira 160 jedhu naaf laatameera" jedheera.