Raashiyaan battala MM duraanii UK fi aanga'oonni olaanoo Awurooppaa biroo achii ba'an buufata baaburaa Yukireen haleelte - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 8 ساعات
Dirooniin Raashiyaa battaluma Ministirri Muummee duraanii UK Booris Joonsan fi aanga'oonni Awurooppaa biroo achi keessaa ba'anitti buufata baaburaa Yukireen haleele.