Lammileen biyya alaa Keeniyaa keessa jiraatan maaliif baqatan? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 19 ساعة
Torbe dura Pirezidantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoon lammiilee biyya alaa daldala xixiqqaa hojjetan irratti tarkaanfiin akka fudhatamu ajajuu hordofee sodaan uumame.