Wallagga Lixaa Tulluu Kaappiitti hidhattoonni maal raawwatan? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Hidhattoonni warshaa warqii Tulluu Kaappii haleeluun hojjettoota dabalatee humnoonni nageenyaa ajjeefamuu BBC'n mirkaneesse. Viidiyoo qoodameerratti hidhattoonni 'hunda ajjeesaa' yoo jedhan dhagahama. Konkolaattonnis gubatani.