Afrikaan hagam qabeenyaa fi miidhagina Itoophiyaa beekti? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 7 ساعات
Duulli Itoophiyaa biyyoota Afrikaa fi addunyaatti beeksisuu tibbana tokko jedhee magaalaa Naayiroobiitti jalqabeera. Sagantaa Itoophiyaa Afrikaatti beeksisuu kana Keeniyaatti Imbaasii Itoophiyaa, Riizoortii Kurriiftuu fi Daandii Qilleensa Itoophiyaatu wlaiin tahee qopheesse.