Haleellaa Huutii walitti bu'iinsa Baha Giddugaleessaafi diinagdee addunyaarratti sodaa uume - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 6 ساعات
Loltoonni Huutii Yaman, Galaana Diimaarratti doonii haleeluusaanii beeksisuusaanii hordofee gaaga'amni Baha Giddugaleessaa caalmaatti akka hin hammaanne yaaddoo uumera.