Biyya gootota ilmaan ishee fi dhaabbilee cimoon kabajamtee jiraattu…

fanabc.com
منذ 9 ساعات
Itiyoophiyaan seenaa ishee bara dheeraa keessatti fakkeenya bilisummaafi gootummaa taatee kan jiraatte biyya guddoodha.Baroota garagaraa weerartoonni alaa fi baandaawwan keessaa tooftaalee fi kallattiiwwan adda addaan biyyattii marsuuf, qoqqooduufi d