Falmii xumuraa Waancaa Addunyaa 23ffaa…

fanabc.com
منذ يومين
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Taphni xumuraa Waancaa Addunyaa 23ffaa har'a Arjentiinaa fi Ispeen gidduutti taasifamu ni eegama.Morkiin Shaampiyoonaa Addunyaa Arjentiinaa fi Shaampiyoonaa Awurooppaa Ispeen gidduutti har'a halkan sa'aatii 4:00