Yaa’iin Gadaa Arsii Dhaddacha Bal’ootti eegale

fanabc.com
منذ 15 ساعة
Finfinnee, Adoolessa 13, 2018 (FMC) –Yaa'iin Gadaa Arsii Sikkoo Mandoo Dhaddacha Bal’ootti taa’amuu eegaleera.Godina Baalee Bahaa, Aanaa Raayituu Magaalaa Dhaddacha Bal’aatti Yaa'iin Gadaa Arsii Sikkoo Mandoo kabajaa fi sirna ho'aan eegaleera.Yaa'ich