Itiyoophiyaan mirga abbaa-qabeenummaa karra galaanaa akka tasaa dhabde sarbamtee hin haftu

fanabc.com
منذ يومين
Finfinnee, Adoolessa 11, 2018 (FMC) – Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa mirga seeraa fi seena-qabeessa, akkasumas barbaachisummaa balbala ittiin baatuu fi galtu qabaachuu ishee kan mirkaneessuudha.Gaaffiin kun dhimma birmaddummaa fi jiraachuu jedh