Itoophiyaan itti makamuuf kan jirtu Baankiin BRICS 'Niiw Develoopment Baank' maali? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 23 دقيقة
Manni maree ministirootaa Itoophiyaan baankii BRICS 'Niiw Develoopment Baank' makamuuf wixinee labsii hundeeffamaa Waxabajjii 19, 2018 A.L.I raggaaseera. Manni marichaa marii torbee darbe tolcheen faayinaansii misooma biyyaalessaa, deeggarsa misoomawwan bu'uuraa fi filannoo maddeen faayinaansii barbaaduutti waan amaneef miseensummaa kana mirkaneessuu Waajjirri Ministira Muummee beeksise.