Tigraayitti 'kanneen humnaan waraanatti makaman umrii 18 gadi'- Komishinii Mirga Namoomaa - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 3 ساعات
Duula dirqiin namoota waraanatti makuu Naannoo Tigraay keessatti gaggeeffamaa jiruun kanneen guuramaa jiran irra caalaan isaanii umriin isaanii waggaa 18 gadi ta'uu mirkaneeffachuu Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa ibse.