US hundeeffamashee waggaa 250ffaa ho'a hamaa fi richitiin kabajje - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 8 ساعات
Yunaayitiid Isteets hundeeffamashee waggaa 250ffaa yoo Adoolessa 4, 2026 kan kabajje richiitiiwwan dhukaasuun, xiyyaarootasamiirra bararsuufi ho'a hamaa waliini.