Iraan sirna gaggeessaa Hogganaa Olaanaa ajjeefaman, Alii Kaamenii - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 22 ساعة
Iraan hogganaa olaanaa duraaniishee ji'oota afur dura haleellaa waloo US fi Israa'eliin ajjeefamaniif sirna gaggeessaa guyyoota baay'eef turu ifatti eegalte.