Nageenya Oromiyaa: Haleellaa ‘hidhattoota Faannoo’ tibbanaan Amuruutti maaltu ta’e? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 10 ساعات
Haleellaa Godina Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti hidhattoota Faannoon raawwate jedhameen lubbuun darbuufi qabeenyi manca'u jiraattonniifi mootummaan beeksise.