Mootummaan Eertiraa lammiileen biyyattii maallaqa harka isaanii jiru hatattamaan akka baankii galchan ajaje - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 5 ساعات
Mootummaan Eertiraa lammiileen biyyattii maallaqa harka isaaniirra jiru hundaa hanga xumura ji'a Waxabajjii kanaatti akka baankii galchan akeekkachiise.