Wayita rakkoon nageenyaa hammaatetti biyyoota Afrikaa nagaa fi tasgabbii qaban 10 - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 9 ساعات
Afrikaa keessa akkuma rakkoon nageenyaa walxaxaan jiru, tasgabbii siyaasaarraa kanneen fayyadaman, yakki kan keessatti hin heddummaanne, kanneen jaarmiyaalee jajjaboo qaban akkasumas walitti bu'iinsaa fi waraana keessatti hirmaannaa xiqqoo qaban lakkoofsaan muraasa ta'anis jiru.