Dadammaqina damee tuuriizimiif seektarri dhuunfaa qooda bakka bu’iinsa hin qabne taphateera – Dooktar Abiy Ahimad

fanabc.com
منذ 14 ساعة
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018 (FMC) - Dadammaqina damee tuuriizimii Itiyoophiyaatiif seektarri dhuunfaa kallattiin gumaacha maallaqaa gochuun qooda bakka bu'iinsa hin qabne taphachaa jiraachuu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan.Ministirri