Hawaasni dippiloomaasii biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaaban

fanabc.com
منذ 9 ساعات
Finfinnee,Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Hawaasni dippiloomaasii teessoo isaanii Finfinnee godhatan biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Hadaraa Abarraa dabalatee hoggantoonni dhaabbilee garaagaraa