Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018(FMC)- Tumsi Itiyoophiyaafi Soomaaliyaa cimaa dhufe nageenyaafi tasgabbii naannawichaa keessatti qooda isaa bahachaa jira.Biyyoonni lameen daangaarra darbee afaan, aadaafi amantaa kan qooddatan yoo ta’u hariiroo uummatto