'Har'a muuziqaawwan Haacaaluu pilaatfoormiiwwan 150 caalanirratti guutuu addunyaatti dhagahamuu danda'u'- Olii Taammiraat - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 8 ساعات
Hojiiwwan muuziqaa Haacaaluu Hundeessaa qulqullinaa fi sadarkaa isaanii eeggatanii tooftaalee tamsaasaa bebbeekamoo akka Itunes, Amazon music, apple music, spotify fi kaanirra kan bahan bara 2021 keessa ture. Ogeessi hojiiwwan aartist Haacaaluu pilaatfoormiiwwan kanneen irratti akka bahan gumaacha olaanaa godhe keessaa Olii Taammiraat tokko