Ameerikaan Tigraayitti 'qaamolee adeemsa nagaa gufachiisan' akeekkachiiste - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Imbasiin Ameerikaa Finfinnee jiru adeemsa nagaa Tigraay ''qaamoleen gufachiisaa jiran,'' gochasaaniirraa of qusachuun tattaaffiiwwan marii nagaaf taasifamaa jiran akka tumsan akeekkachiise.