Ameerikaan kaayyoo waraana Iraanitti bantee galmaa'an ga'atteettii? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 11 ساعة
Torbanoota jalqabaa Ameerikaafi Israa'el Iraan irratti waraana bananirraa kaasee waajirri waraanaa Peentaagoon adeemsa waraana kanaa ilaalchisuun yaadota gara garaa dhiyeessaa tureera.