Israa'el fi Hezboollaan wal haleelaa bulan, Tiraamp Ulaa Hormuuz irratti Iraan qeeqaa jira - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ شهرين
Israa’el meeshaa Hezboollaan ittiin rookkeetti dhukaasu rukkutuu yoo ibsitu, gareen hidhataa Libaanos keessa maadhefate kun ammoo deebii isaa Israa’el keessatti bakka baayyeerratti xiyyeeffachuun haleellaa gaggeesseera.