Torbee 'Dhukkubbii' amantoonni Ortodoksii sagadaafi gad-ofqabuun itti dabarsan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 17 ساعة
Hordoftoonni amantii Ortodoksi Tewaahidoo Itoophiyaa Sooma Guddicha walumaagala guyyoota 55f soomu.