Biyyoota waraanni Ameerikaa itti duuletti maal maaltu ta'e? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعتين
Seenaan akka mul'isutti wayita US maqaa ''rakkoo furuu'' jedhuun dhimma biyyoota kaanii keessa seentu wanti hundi akka karooraatti deemaa hin turre, yeroo garii inumaa giddu-seentummaan US haalota daran hammeessa.