Daandii qaxxaamuraa Tiraamp Iraan irratti tarkaanfii cimaa fudhachuuf qarqara irra gahe - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يوم
Ameerikaan gara tarkaanfii waraanaa cimaa Iraan irratti fudhachuutti ce'uufi jettii? Tiraamp murtee cimaa kana fudhachuuf qarqara irra jiraatus garuu filachuuf rakkataa jira.