Dhuguma akkaataa gosa dhiiga keenyaatiin soorata filannee nyaachuu dandeenyaa ? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Gosti dhiiga keenyaa soorata soorannu waliin hariiroo kallattii qabaachuu ragaan mirkaneessu akka hin jirre ispeeshalistii soorata namaa Pirofeesara Gargaaraa Hajii Amaan BBC tti hime.