Magaalaa Jimmaatti sagantaan Ifxaara daandiirraa gaggeeffame

fanabc.com
منذ ساعة
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti sagantaan Ifxaara daandiirraa gaggeeffameera.Kantiibaan magaalichaa Xahaa Qamar wayita kana sagantaan Ifxaara daandiirraa obbolummaa cimsuurra darbee seenaa waloo ijaaruu keessatti qooda olaana