Yuunivarsiitiin Amboo barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture kuma 2 fi 260 eebbisiise

fanabc.com
منذ 12 ساعة
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Amboo barattoota ogummaa fi gulantaa adda addaan barsiisaa ture kuma 2 fi 260 eebbisiiseera.Barattoota gulantaa garagaraan sagantaa idilee fi Ekisteeshiiniin Kaampaasiwwan afur keessatti barsiisaa