Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota ogummaa fayyaan barsiisaa ture 263 eebbisiise

fanabc.com
منذ 10 ساعات
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota ogummaa Fayyaa gulantaa adda addaan barsiisaa ture 263 eebbisiiseera.Yuunivarsiitiin Finfinnee Koollejjiin Yaala Fayyaa barattoota ogummaa yaala Fayyaa, Ilkaanii fi Anisteezya