Itoophiyaan barattoonni bilbila, meshaalee elektirooniksii qabatanii mana barnootaa akka hin seenne dhorkite - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 15 ساعة
ALI Bara 2018 eegalee manneen barnootaa hanga kutaa 12ffaa jiran keessatti bilbila, taabileetii fi meeshaalee elektirooniksii qabatanii seenuun akka dhorkame Ministeerri Barnootaa beeksise.