Loltootni Huutii ulaa Galaana Diimaa addunyaaf murteessa ta'e to'atan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 17 ساعة
Humnoonni mootummaa Yaman Sa'udii Arabiyaan deeggaraman naannoo tarsiimoo addunyaa kan ta'e ulaa Bab al-Mandab keessaa loltoota isaanii baasuu beeksisaniiru.