Haleellaawwan diroonii Itoophiyaarratti raawwataman keessaa Ertiraa fi Sudaan harka qabu - Gorsaa Dhimma Afrikaa Bahaa MM Abiy - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 59 دقيقة
Siyaasa Gaanfa Afrikaa:- Gorsaan Dhimmoota Baha Afrika Ministiraa Muummee Itoophiyaa, obbo Getaachoo Raddaa, mootummaan Ertiraa fi Sudaan gareewwan hidhattoota mootummaa Itoophiyaa lolaa jiran deeggaruun haleellaawwan diroonii walitti fufinsaan Itoophiyaa keessatti raawwataman keessa harka qabaachuu isaanii himan.