Dimokiraatonni filannoo mo'achuu hordofee Tiraamp ergaa baga gammaddanii dabarseef - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 3 ساعات
Filannoo walakkeessaa Ameerikaatiin Dimokiraatonni Mana-maree Bakka Bu'ootaa harka caalu dhuunfachuun, seeneetii deebisanii harka galfachuuf wallaansoo taasisaniinis injifannoo seena qabeessa galmeessisaniiru.