Ameerikaan filannoo walakkeessa har'a gaggeessitu dursitee Iraan irratti waraana bante - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 6 ساعات
Ameerikaan Odola Qeshm Iraan Ulaa Hormuuz keessa jirturratti haleellaa banuu aanga'oonni US miidiyaa US keessatti michuu BBC ta'e CBS'tti himan. Ejensiin oduu mootummaa Iraan IRNA akka gabaasettis odola kanarratti wixata dhohinsi baayyeen dhaga'ameera.