Walitti bu'iinsa Moyyaalee hordofee, Somaliland fi Puuntlaand keessatti maaltu adeemaa jira? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 19 ساعة
Lammiileen Itoophiyaa Somaliland, Puntland fi Naannoo Somaalee keessa jiraatan, haleellaa fi doorsisni isaan irratti raawwatamaa jiraachuu eeruun, 'sodaa nageenyaa' keessa akka jiraan BBC'tti himan.