Lakkoofsi namoota walitti bu'iinsa Mooyyaleen Keeniyaatti ce'an 50,000 ta'a - UN - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 4 ساعات
Walitti bu'iinsi Magaalaa Mooyyalee keessatti torban darbe mudate hordofee ummanni 50,000 ta'u gara daangaa Keeniyaatti ce'uu Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii beeksise.