Godina Kibba Baha Oromiyaatti bara kana damma toonii kuma 29 ol argachuuf hojjatamaa jira- Waajjirri Qonnaa Godinichaa
fanabc.com
منذ 11 ساعة
Finfinnee, Onkoloolessa 17, 2019 (FMC)- Godina Kibba Baha Oromiyaatti bara kana damma toonii kuma 29 ol argachuuf hojjatamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa ibse.Oomishni kun gaagura aadaa, ce'uumsaa fi ammayyaa irraa akka argamuuf kan karoorf