Raashiyaan Afrikaa Badhaatuu fi Birmadummaan Ishee Mirkanaa’e Ijaaruuf Tumsa Ishee Cimsitee Itti Fufti  – Waajjira Pirezidaantii Raashiyaa

fanabc.com
منذ 21 ساعة
Finfinnee, Onkoloolessa 17, 2019 (FMC) — Raashiyaan hariiroo biyyoota Afrikaa waliin qabdu cimsuun tumsa Afrikaa badhaatuu fi birmadummaan ishee mirkanaa’e ijaaruuf qabdu akka itti fuftu Daayirektarri Itti Aanaan Waajjira Pirezidaantii biyyattii Maak