Ertiraan waa'ee Itoophiyaa dippilomaatota biyya alaatti maal himte? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعتين
Ertiraan walitti bu'iinsa tibbana Itoophiyaa waliin mudate irratti bakka bu'oota biyyoota fi dippiloomaatota biyyoota alaa magaalaa Asmaraa jiraniif ibsa kenniteerti.