Waraana kaabaan booda hireen TPLF maal taha? Biyya ollaatti baqatuu moo of ijaaruun aangootti deebi'u? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 6 ساعات
''Barri Gadaa TPLF dhumateera. Kana booda carraa deebi'anii ka'uun aangoo qabachuu hin argatan'' jedhe xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mahaammad. Hireen TPLF waraana kana booda qabu maal taha? Akka jaarmiyaatti baduu danda'aa?