MM Abiy 'dhimmoota ijoo xiyyeeffannoo barbaadan' Ameerikaa waliin mariyatan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعة
Ministiirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad "dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan" jedhan irratti Ministiira Dhimma Alaa Ameerikaa Maarkoo Ruubiyoo waliin mariyachuu himan.